Beeksisa Kitaaba Qulqulluu
Kitaaba Qulqulluu keessatti, Waaqayyo inni Uumaa akka taʼe, uumamawwan isaa yaaduu dandaʼan bara baraaf akka jiraatan kaayyoo akka qabuu fi maqaan isaa inni dhuunfaan Yihowaa akka taʼe nu beeksiseera.