Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Viidiyoowwan walitti aananii baʼan kanarratti, dhiirotaa fi dubartoota amanamoo Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman irraa baradhu.
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Abrahaam, Kutaa 1
Diraamaa kana keessatti, Abrahaam Yihowaan waadaa gale hundumaa akka raawwatu wanti isa amansiise maal akka taʼe hubadhu.
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Abrahaam, Kutaa 2
Diraamaa kana keessatti, Abrahaam ofii isaatiif qofa utuu hin taʼin, ilmaan namootaa hundumaatiif akkamitti eebba akka argamsiise hubadhu.
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Ribqaa
Ribqaan mana ishii dhiistee biyya fagootti imaluuf amantii gaʼaa qabdi turtee?
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Miiriyaam
Namni hundi dogoggora ni raawwata, Miiriyaamis nama waan taateef dogoggora raawwatteetti. Amantiin ishiin Yihowaa irratti qabdu adaba ishiidhaaf kenname irraa fayyadamuuf ishii kakaaseera.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
WAAQAYYOTTI AMANUU
Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Namoota Kitaaba Qulqulluu Keessatti Ibsaman
Fakkeenya dhiirotaa fi dubartoota amanamoo Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamanii hordofuudhaan Waaqayyotti dhihaadhu.