Adaba
Kitaabni Qulqulluun adaba kennuuf madda hundarra caaluudha kan jennu maaliifi?
Qajeelfamnii fi sirreeffamni hunduma keenyayyuu kan barbaachisu maaliifi?
Yihowaan sirreeffama nuuf kennuunsaa maal akka nuuf qabu argisiisa?
Dabalataanis Kes 8:5; Fak 13:24; Mul 3:19 ilaali
-
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
-
2Sa 12:9-13; 1Mo 15:5; HoE 13:22—Daawit Mootichi cubbuu cimaa kan raawwate taʼus, Yihowaan jaalalaan kakaʼee isa adabeera akkasumas dhiifama isaaf godheera
-
Yon 1:1-4, 15-17; 3:1-3—Yihowaan Yoonaas hojii isaaf kenname dhiisee baqatee waan deemeef kan isa adabe taʼus, carraa lammaffaa isaaf kenneera
-
Adaba Waaqayyo nuuf kennu fudhachuun ogummaadha kan jennu maaliifi?
Fak 9:8; 12:1; 17:10; Ibr 12:5, 6
Dabalataanis 2Se 36:15, 16 ilaali
Namoota adaba Waaqayyoo fudhachuu didanirra maaltu gaʼuu dandaʼa?
Fak 1:24-26; 13:18; 15:32; 29:1
Dabalataanis Er 7:27, 28, 32-34 ilaali
Adaba Yihowaa fudhachuun faayidaa akkamii argamsiisa?
Fak 4:13; 1Qo 11:32; Tit 1:13; Ibr 12:10, 11
-
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
-
Kes 30:1-6—Museen raajichi namoonni adaba Yihowaan sabasaaf kennu fudhatan eebba akka argatan dubbateera
-
2Se 7:13, 14—Yihowaan buʼaa gaarii adaba isaa fudhachuun argamsiisu Solomoon Mootichatti himeera
-
Adaba warra kaaniif kennamerraa faayidaa kan argannu akkamitti?
Yommuu warra kaaniif adabni cimaan kennamutti gammaduu kan hin qabne maaliifi?
Adabaa fi gorsa Waaqayyoorraa fayyadamuu yoo barbaanne maal gochuu qabna?
Dabalataanis Kes 17:18, 19; Fr 119:97 ilaali
-
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
-
1Se 22:11-13—Daawit Mootichi ilmi isaa Solomoon qajeelfama Yihowaa of eeggannoodhaan hordofuusaa hamma itti fufetti akka eebbifamu isaaf mirkaneessee ture
-
Fr 1:1-6—Yihowaan warra seerasaa dubbisanii fi irratti xiinxalan akka eebbisu waadaa galeera
-
Warri jaalala qabeeyyii taʼan ijoollee isaanii kan adaban maaliifi?
“Warra” isa jedhu ilaali
Ijoolleen yommuu warri isaanii isaan adaban maal gochuu qabu?
“Maatii—Ilmaanii fi Intaloota” isa jedhu ilaali