Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Ximotewosiif Barreeffame Isa Lammaffaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1, 2)

    • Phaawulos amantii Ximotewosiif Waaqa galateeffate (3-5)

    • Kennaa Waaqaa akka ibiddaatti qabsiisi (6-11)

    • Dubbii gaarii hordofuu kee itti fufi (12-14)

    • Diinotaa fi michoota Phaawulos (15-18)

  • 2

    • Ergicha namoota gaʼumsa qabanitti imaanaadhaan kenni (1-7)

    • Misiraachichaaf jecha rakkina dandaʼuu (8-13)

    • Dubbii Waaqayyoo sirriitti barsiisi (14-19)

    • Hawwii dargaggummaa irraa baqadhu (20-22)

    • Akkaataa mormitoota itti qabu (23-26)

  • 3

    • Guyyoota dhumaatti yeroon baayʼee rakkisaa taʼe ni dhufa (1-7)

    • Fakkeenya Phaawulos sirriitti hordofuu (8-13)

    • ‘Wantoota barattetti cimii itti fufi’ (14-17)

      • Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin barreeffaman (16)

  • 4

    • “Tajaajila kee guutummaatti raawwadhu” (1-5)

      • Hinaaffaadhaan dubbicha lallabi (2)

    • “Lola isa gaarii loleera” (6-8)

    • Wanta Phaawulos haala keessa jiru ilaalchisee dubbate (9-18)

    • Nagaa xumuraa (19-22)