BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti
Zofaar ‘Waaqayyo badhaadhina hamootaa ni balleessa’ jechuudhaan Iyyoob cubbuu akka hojjete dubbate (Iyo 20:5, 10, 15)
Iyyoobis deebisee, ‘Maarree hamoonni kan badhaadhan maaliifi?’ jedhe (Iyo 21:7-9)
Fakkeenyi Yesuus qajeelonni sooreyyii taʼuu dhiisuu akka dandaʼan argisiisa (Luq 9:58)
KANA IRRATTI XIINXALI: Sooressas taʼe hiyyeessa wanti namni qajeelaan dursa kennuufii qabu maalidha?—Luq 12:21; w07 8/1 30 key. 12.