BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namni Waaqa Fayyaduu Dandaʼaa?”
Eliifaaz Waaqayyo akka gatii hin qabnetti akka nu ilaalu dubbateera (Iyo 22:1, 2; w05-AM 9/15 27 key. 1-3)
Eliifaaz Waaqayyo qajeeloota taʼuun keenya akka isa hin yaaddessine dubbateera (Iyo 22:3; w95-AM 2/15 27 key. 6)
Wanti nuti goonu Yihowaan Seexana isa isa arrabsuuf deebii akka kennu gochuu dandaʼa (Fak 27:11; w03-AM 4/15 14-15 key. 10-12)
KANA IRRATTI XIINXALI: Waaqa Hundumaa Dandaʼu akka fayyaddu beekuun kee maaltu akka sitti dhagaʼamu godha?