Hagayya 8-14
1 MOOTOTA 3-4
Faarfannaa 88 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Faayidaa Ogummaan Qabu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 4:20—Yaadni “akka cirracha qarqara galaanaa baay’atu” jedhu hiika maalii qaba? (w98-AM 2/1 11 key. 15)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 3:1-14 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qo’achiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qo’annaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 06 qabxii 4 (th qoʼannaa 12)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Arjummaadhaan Kennaa: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Hojii Yihowaatiif “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaa’aa” jedhamu taphachiisi. Achiis hiriyoonni gaa’elaa viidiyicha irratti mul’atan arjummaadhaan kan kennan akkamitti akka ta’e dhaggeeffattoota gaafadhu.
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 15 fi ibsa dabalataa 2
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa