MASARAA EEGUMSAA Ebla 2013 | What We Learn From Moses

Consider three of the good qualities that Moses displayed and what we can learn from his example.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Museen Eenyu Ture?

Namni amanamaan kun Kiristiyaanota, Yihudoota, Musiliimotaafi warra kaan biratti kabaja guddaa qaba. Waaʼeesaa maal beekta?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Musee—Nama Amantii Cimaa Qabu

Museen abdii Waaqayyoorratti waan xiyyeeffateef amantii cimaa qabaachuu dandaʼeera. Amantii akkasii qabaachuu kan dandeessu akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Musee—Nama Gad Of Deebisu

Namoonni hedduun gad of deebisuu akka dadhabinaatti ilaalu. Waaqayyo amala kana akkamitti ilaala? Museen amala kana kan argisiise akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Musee—Nama Jaalala Qabu

Museen Waaqayyoofi Israaʼelootaaf jaalala akka qabu argisiiseera. Fakkeenyasaarraa maal baranna?

WAAQAYYOTTI DHIHAADHU

‘Inni Waaqayyo Warra Jiraataadha’

Waaqayyo karaa duʼaa kaʼuu duʼa balleessuuf humna qaba. Abdiin kun hangam amansiisaadha?

WANTOOTA GAMMACHUU MAATIITIIF BARBAACHISAN

Mucaan Keessan Dhukkubsataa Yoo Taʼe

Rakkina si mudachuu dandaʼu sadiifi Macaafni Qulqulluun akkamitti akka si gargaaru qori.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Duʼaa Kaʼuun Yesus—Dhugumaan Raawwatameeraa?

Duʼaa kaʼuun Yesus barumsa Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼe waan taʼeef, dhugumaan raawwatamuusaa beekuun keenya barbaachisaadha.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Duʼaa Kaʼuun Yesus Jireenya Barabaraa Argamsiisa

Jireenya waraansa, rakkina ykn gaddarraa walaba taʼe yaadi.

Wantoota garabiraa

Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?

Qoʼannaa tolaan Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti, hiikkaa Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu fayyadamuu dandeessa. Maatii ykn michoota kee affeeruu dandeessa.