MASARAA EEGUMSAA Lakk. 5 2016 | Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeessa?
Hundi keenya iyyuu keessumaa yeroo rakkinaatti jajjabinni Waaqayyo kennu nu barbaachisa. Barruun kun yeroo rakkinnaatti Waaqayyo akkamitti akka nu jajjabeessu ibsa.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Hundi Keenya Jajjabinni Nu Barbaachisa
Namni jaallatu yeroo si jalaa duʼu ykn rakkoo cimaan fayyaa, gaaʼelaa fi hojii wajjin wal qabatu yommuu si mudatu jajjabina eessaa argachuu dandeessa?
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Waaqayyo kan Nama Jajjabeessu Akkamitti?
Madda gargaarsaa namoota gaddaniif taʼu afur.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Yeroo Rakkinaatti Jajjabina Argachuu
Namoonni, yeroo baayʼee isaan barbaachisutti gargaarsa kan argatan akkamitti?
FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA
‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’
Daawit Goliyaadiin akka injifatu kan isa gargaare maali dha? Seenaa Daawit irraa maal baranna?
Daawitii fi Goliyaad—Seenaa Dhugaa Tii?
Qeeqxonni tokko tokko seenaan kun dhugaa taʼuu isaa shakku. Ragaa qabatamaa qabuu?
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Jireenyi kan Natti Hadhaaʼee fi Abbaa Humnaan Ture
Namni lola jaallatuu fi Meeksikootti dhalate amala isaa akka jijjiiru kan gargaare maali dha?
Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?
Deebiin isaa si dinqisiisuu dandaʼa.
Wantoota garabiraa
Maaliif Kadhanna? Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?
Waaqayyoo kadhannaa keetiif deebii kennuun isaa yeroo baayʼee wanta ati raawwatu irratti kan hundaaʼe dha.