DAMMAQAA! Onkoloolessa 2015 | Qarshiidhaaf Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu
Qarshiidhaaf ilaalcha dogoggoraa qabaachuun amala kee jijjiiruu dandaʼa.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Qarshiidhaaf Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu
Gaaffiiwwan ilaalchi qarshiidhaaf qabdu mancaʼuu isaa of qoruuf si gargaaran torba.
ADDUNYAA MARA IRRAA
Oduu Baha Giddu Galeessaa Irratti Xiyyeeffate
Wantoonni bara duriitti qaroomina ilmaan namootaa argisiisan Kitaabni Qulqulluun sirrii taʼuu isaa mirkaneessu.
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Barreessuu Jajjabeessu
Maanguddoon Hoosefinaa jedhaman umurii waggaa 101tti sagantaa dubbisuu fi barreessuu Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti galmaaʼaniiru. Isaaniif milkaaʼeeraa?
MAATIIDHAAF
Yeroo Wal Qorachuun Addaan Citu
Gadda wal qorachuu dhaabuu keetiin sitti dhufe mootee jiraachuu kan dandeessu akkamitti?
Waaʼee Busaa Wanta Beekuu Qabdu
Bakka busaan dafee dafee itti kaʼu kan jiraattu ykn deemuuf kan yaaddu yoo taʼe of eeguu ni dandeessa.
QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Maarshii Miilla Isuus Liifhoppar Irra Jiru
Maarshiiwwan kun ilbiisichi humnaan akka utaaluu fi akka of toʼatuuf barbaachisaa dha.
Wantoota garabiraa
‘Wantoota Hundumaa Kan Uume Yihowaa Dha’
Waaqayyo jalqaba irratti maal akka uume beektaa? Duraa duuba wantoonni ittiin uumaman Kaalebii wajjin baradhu.