GARGAARSA NAMOOTA GADDI IRRA GAʼEEF TAʼU
Maxxansa Kana Keessatti: Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu
-
Gaddi miidhaa akkamii geessisuu dandaʼa? Namoonni gaddi irra gaʼe jajjabinni kan isaan barbaachisu maaliifi?
-
Mata dureen kun gadda ilaalchisee dogoggora jiruu fi miirawwan beekamoo yeroo gaddaatti namatti dhagaʼaman tokko tokko ibsa. Gadda irra kan jirtu taanaan miirawwan garaa garaa hedduun akka sitti dhagaʼaman hubadhu.
-
GADDA KEE DANDAMACHUUF TARKAANFIIWWAN AMMA FUDHACHUU DANDEESSU
Gadda si irra gaʼe dandamachuuf tarkaanfiiwwan si fayyadan akkamii fudhachuu dandeessa? Mata dureen kun gorsawwan namoota hedduu gargaaranii fi ogummaa yeroon itti hin darbine irratti hundaaʼan qabateera.
-
GARGAARSA HUNDA IRRA CAALUU FI NAMOOTA GADDI IRRA GAʼEEF TAʼU
Maddi jajjabinaa namoonni hedduun yeroo gaddi cimaan isaan irra gaʼetti jajjabina irraa argatan maal akka taʼee fi siinis akkamitti si gargaaruu akka dandaʼu dubbisi.