Odeeffannoo Gabaabaa—Yunaayitid Isteetis
- 336,679,000—Baayʼina uummataa
- 1,233,609—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 11,942—Gumiiwwan
- 1 nama 276f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MUUXANNOOWWAN
Gargaarsa Namoota Hospitaala Keessaa Hojjetanii fi Dhiphataniif Taʼu
Narsoonnii fi hojjettoonni hospitaala tokko keessaa hojjetan yeroo dhibee golfaa Kooviid-19 kanatti gargaarsa jajjabina isaaniif kennu argachuu kan danda‵an akkamitti?
JIREENYA BETʼEL
Gamoowwan Betʼel Yuunaayitid Isteetisitti Argaman Akka Daawwattu Si Afeerreerra
Daawwannaan kun Waajjira Muummee Dhugaa Baatota Yihowaa fi waajjira damee Yuunaayitid Isteetis kan dabalatu dha.
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Niiwu Yoorki
Hiriyoonni gaaʼelaa jireenya mijataa jiraachaa turan, mana isaanii isa jaallatan dhiisanii mana xinnoo taʼe keessa jiraachuu kan jalqaban maaliifi?