Odeeffannoo Gabaabaa—Taanzaaniyaa
- 67,438,000—Baayʼina uummataa
- 20,846—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 417—Gumiiwwan
- 1 nama 3,392f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
Mandara Nigiibaaʼoo ishee Taanzaaniyaa, naannoo magaalaa Aruushaatti argamtutti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu namoota Maasaayiif kennaa jira