Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Poortugaal

  • Siintiraa, Poortugaal—Manaa gara manaatti yommuu tajaajilan

Odeeffannoo Gabaabaa—Poortugaal

  • 9,974,000—Baayʼina uummataa
  • 52,498—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 653—Gumiiwwan
  • 1 nama 192f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Sanyiin Mootummichaa Inni Jalqabaa Poortugaal Keessatti kan Facaafame Akkamitti?

Labsitoonni Mootummichaa jalqabaa Poortugaal keessa turan gufuuwwan akkamii moʼaniiru?

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Gaarummaa Yihowaa Isa Guddaa Irraa Karaa Hedduudhaan Faayidaa Arganneerra

Daaglaas Gasti fi Meerii Gasti Kaanaadaa keessatti qajeelchitoota, Biraaziilii fi Poortugaal keessatti immoo misiyoonii taʼanii yeroo tajaajilanitti gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa irraa faayidaa argataniiru.